Masriin waraanaashee Ergama Deeggarsa fi Tasgabbii Somaaliyaa Gamtaa Afriikaa haaraa jalatti bobbaasuunshee ''kaayyoo dorsiisa biyya kamuutu'' hin qabu jedhan Pirezidantiin Masrii Abdul Fattaah Al ...
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp godaantota gama Meeksikoon Ameerikaatti ce'an kan inni "weerara" jedhee waamu ittisuuf carraaqqii bal'aa taasifamu keessatti dhabbileen US godaantotni ...
Finfinnee, Amajjii 13, 2025 – Naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaala Mooyyalee ganda Shawaa Barriitti daa’imni ganna 14 “miseensota poolisiin” ajjeefamuun jiraattota biratti dheekkamsa kaase.
Hojjattoonni hidhaman kunneen hojjattoota warshichaa kan mooraa warshichaa keessatti manni jireenyaa keennameefii jiraatan ta’uu kan eere maatiin kun, hojii qonnaa kunis wanta haaraa osoo hin taane ...