Miseensoonni mana maree bakka bu'oota ummataa jalqaba torban irratti seera gibira qabeenyaa haaraa irratti erga marii taasiseenii booda mormii afur fi namoota sagalee hin kenniine 10niin ...